Waltajjii Barumsa Warqina Dachaasaa (WADA)
WADAn seeraan gargaarsaa fi kan lakoobsa 1192747 tii Biyya Yunayitid Kingdam (UK) keessa ttii dhabbatee jira. Kunis dhaabbachuu kan danda’e maatiini Warqina, hiriyooniisaa karaa hojii fi karaa jireenyaa wal itti dhufanii albuudaa fi horii walitti qabuun lafaa dhalootaa Warqina ganda Malkaa Dhagaa-Gudar, Oromiya, Itophiyaa itti maatiin isa gumaachaanii irratii mana barumsa kutaa jalqabaa yadaannoo warqinaa fi ijaaruu dha. Namootiin kana dhaabaani biyaa UK, Ameeriikaa fi Awurophaa jiraatu. Yaadin keenya innii duraa mana barumsichaafi horii yokiis maallaqaa karaa adda-addaa wallitti qabuu dha.
Kanasi iddooni ga’uufi hiriyootaa fi maatii Warqinaa warra biyya jiraatanii wajjin hojjenna. Isaaniis gurmawaanii mootummaa birra galmawani waanta jiraniifi wal qunnamnee yaadanno Warqinaa Dachaasaa fi mana barumsaa ijaaruufi kaaneerra.